Fana: At a Speed of Life!

Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jira – BMF

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Biirichi bara haaraa sababeeffachuun Addabaabaayiiwwan 25 irratti Baazaarii qopheessuu ibseera.

Baazaaricharratti Shamattoonni gatii madaallawaan Oomishaalee kan dhiyeessan ta’uu eerameera.

Baazaariin kun Hagayya 5, 2015 hanga Qaammee 5, 2015tti kan turu ta’uu ragaan Biiroo Daldalaa Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Dabalataan Gabaa Dilbataa 172 irratti Shamattoonni Waldaalee Hojii Gamtaa 152 gosoota midhaanii gurguddoo 7 fi kuduraalee dhiyaassaa jiraachuu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.