Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa moggaasa maqaa guyyooota Qaammee ifoomse
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa moggaasa maqaa guyyooota Qaammee 2015 fi akkaataa kabajaa isaa ifoomseera.
Haaluma kanaan:-
Qaammeen 1 guyyaa Tajaajilaa
Qaammeen 2 Guyyaa wareegamaa
Qaammeen 3 Guyyaa Tola Ooltummaa
Qaammeen 4 Guyyaa Oomishtummaa
Qaammeen 5 Guyyaa Dhalootaa
Qaammeen 6 Tokkummaa jedhamuun sirnoota adda addaan kan kabajamu ta’uu ibseera.
Zufaan Kaasahuuntu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.