Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Biqilaa Hurrisaan durfamu Aanaa Baabbileetti Kilaastera Ruuzii daawwate

Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) –Jilli Itti gaafatamaa Damee Siyaasa paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dookara Biqilaa Hurrisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Ruuzii kilaasteraan oomishamaa jiru daawwateera.

Jilichi hoggansa godina waliin ta’uun Ruuzii kilaastaraan facaafame daawwachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.