Fana: At a Speed of Life!

Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa eegaluu qaba – Dooktar Abiy

Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa eegaluu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa eegaluu qaba jedhan.

Mootummaan akka mootummaatti mooraa fi naannawaa isaa yoo hin jijjiirre biyya jijjiiruu hin danda’u jedhan.

Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon har’aa manneen jireenyaa naannawaa Awaareetti ijaaraman maanguddootaa fi maatii harka qalleeyyiif dabarsaniiru.

Bara kana akka biyyaatti Baatii Caamsaa 2015 sagantaan haaromsaa fi ijaarsa manneen harka qalleeyyii fi maanguddootaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eegalamuun kan yaadatamuudha.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.