Fana: At a Speed of Life!

Seenaan Abbootii keenya gootummaan kufanii Addunyaa irratti nu boonse – Aadde Adaanachi Abeebee

Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Seenaan abbootii keenya bilisummaa fi ulfina ilma namaatiif gootummaan kufanii lammiileen Itiyoophiyaa addunyaa irratti akka boonan taasisuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru.

Aadde Adaanach Siidaa duultoota Gootoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Chuunchoonitti argamutti abaaboo kaa’aniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.