Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluufi

Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa baay’ina miseensota isaa dabaluuf qophii ta’uu beeksise.

Pireezidaantiin Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarlees Miisheel biyyootaa miseensotaa haaraa simachuuf yaada akka dhiyeessan Financial times wabeeffachuun RT’n gabaaseera.

Maddi odeeffaannoo “British Daily” akka gabaasetti, Chaarlees Miisheel gamtichi bara faranjootaa 2030’tti biyyoota haaraa miseensummaan ofitti makuuf yaada akka dhiyeessan eereera.

Biyyoota akka Mooldoovaa, Albeeniyaa, Monteeneegiroo, Seerbiyaa, Meqedooniyaa fi Boosniyaa fi Herzogoviinaa fa’aa biyyoota kaadhimamtoota miseensotaa waltajjii Islovaaniyaarratti yaada isaanii calaqqisiisan jedhamee eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.