Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Girmaan naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwataniiru.

Dooktar Girmaan Naannoo Tigraay Godina Kibba Bahaa aanaa Indartaatti argamuun sochii misooma Qonnaa hojjetamaa jiru daawwataniiru.

Qonnaan bultoonni rakkoo cimaa ture dandamachuun gara oomishaatti seenuun isaanii kan dinqisiifamu ta’uu dubbataniiru.

Tiraaktaroota 4 fi Paampiiwwan Bishaanii 19 hojii misooma qonnaaf gumaachaniiru.

Raawwii hojii qonnaa bara 2015 fi karoora hojii bara 2016 irratti mari’ataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.