Fana: At a Speed of Life!

Qabxiin qormaata kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoome

Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera.

Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015 qormaata kutaaa 8ffaa naannichaatti fudhatan karaa oonlaayinii (https://oromia.ministry.et/#/result) qabxii isaanii ilaallachuu danda’u.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.