Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Johaannisbarg gale

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Jilli Ministirootaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Johaannisbarg galeera.

Jilichi Yaa’ii biyyoota miseensa ‘BRICS’ irratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaannisbargi galuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.