Fana: At a Speed of Life!

Korporeeshiinin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii marii gaggeessa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Korporeeshiiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiriitti tajaajili piroojeektii indaastirii Magaalaa Finfinneetti marii biyyaalessaa gaggeessa jiraachuun ibsame.

Mariicharrati Yuunivarsitiiwwan biyyattii keessaatti argaman,Ministiroonnii fi qooda fudhattoonni biroon argamaniiru.

Marii kana irratti qorannoon damicharratti xiyyeeffatee dhiyaachuun kan irratti mari’atamuu ta’uu ragaan Korporeeshinicharra argamen ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.