Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii ‘Addi Wag’ gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii ‘Addis Wag’ Mata duree “Tattaffiin Gannaa Misooma Waggaati” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Waltajjichis Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, maricharratti Itti Gaafatamtuun Waajjira Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimmoota Kaabinee Alamtsahaay Phaawuloos, Qindeessaa Koree Teekinikaa Ashaaraa Magariisaa Dooktar Adifiras Warquu, Hoji Gaggeessaa Olaanaa Giruuppii Invastimantii Meedirook Jamaal Ahimadii fi kanneen biroon argamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.