Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiyii fi Pireezidaantiin UAE Goodaambaa Saayinsii daawwatan

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan Goodambaa Saayinsii daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniinis Goodambaa Saayinsiitti argisiisa Bishaanii fi Inarjii ifatti bananiiru.

Ityoophiyaan qabeenya bishaanii fi inarjii akkasumas qabeenya kuufamaa ishee argisiisuuf, argisiisni baname torban dhufu ummataaf banaa ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.