Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Poolisii Federalaa leenjii xumuran eebbifaman

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Kolleejjiin leenjii Poolisii Naannoo Somaalee Miseensota Poolisii Federalaa leenjisaa ture eebbisiiseera.

Sirna eebbaa kanarratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad, Komiishinara Jeneraalaa Komiishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabra Mikaa’eel dabalatee hoggantoonni Poolisii Federaalaa fi hoggantoonni qaamolee nageenyaa naannichaa argamaniiru.

Eebbifamtoonni ogummaa leenji’anii fi namuusa Poolisii hojiitti hiikuu akka qaban Pireezidaantii mootummaa naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dubbachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Somaaleerraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.