Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen magaalaa Finfinnee raawwii baajata bara 2015 gamaaggame

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa gaggeesseen raawwii baajataa bara 2015 gamaaggameera.

Kaabineen magaalichaa Hospitaaloota 12 ijaaruuf gaaffii lafaa dhiyaaterratti mari’achuun murtoo dabarsuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Bara baajatichaa rakkoolee hawaasummaa fi diinagdee magaalichaa furuuf murtoowwan darban keessaa 145 karaa guutuun hojiirra ooluu ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.