Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 taphatamu

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu.

Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Arsenaal Nootiingahaam Foresti waliin ni taphata.

Akkasumas sa’aatii 11:00 irraa eegalee taphoonni 4 kan gaggeeffaman yoo ta’uu:-

Bornimaawuz -Weest Ham Yuunaayitiid

Biraayitan – Luutan Taawon,

Eevartan – Fuulhaam,

Sheeffiild – Kiristaal Paalaas waliin ni taphatu.

Galgala sa’aatii 1:30 irraa eegalamee ammoo
Niwuukaastiil Yuunaayitiid – Astoon Viillaa waliin taphatu.

Boru ammoo taphni Cheelsiin sa’aatii 12:30 eegalee Liivar Puul waliin taphatu xiyyeeffannoo argateera.

Tapha baniinsaa eda taphatameen Maanchiisteer Siitii Barnileey goolii 3 fi 0n injifachuun kan yaadatamuudhan.

Maddi:-BBC Sport

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.