Fana: At a Speed of Life!

Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa eegalchiisan

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Spoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa waqtii gannaa eegalchiisaniiru.

Manneen harka qalleeyyii haaromsuu fi biqiltuu dhaabuun eegalchiisaniiru.

Obbo Qajeelaan, hojiin tola ooltummaa hojii eebbifamaa ta’uu eeruun, haaromsa manneen kanneenii yeroo gabaabaa keessatti xumuruun jiraattootaaf kan dabarsan ta’uu dubbataniiru.

Kadir Shamshadiintu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.