Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa zhaa’oo Zhiiyuu’anii fi Abbootiin qabeenyaa biyyattii Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwataniiru.
Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Namee fi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Koorporeeshinii Misooma Indaastirii Paarkii Akliiluu Taaddasaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa zhaa’oo Zhiiyuu’anii fi Abbootii qabeenyaa biyyattii Paarkii Indaadtirii Jimmaa daawwachiisaniiru.
Abbootiin qabeenyaa kunneen daawwannicha cinaattii waliigaltee Hojii Invastimantii ni raawwatuun kan eegamu ta’uu Ragaan Korporeeshinicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.