Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ministira Alaa Rippaabliika Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Riippaabliika Kooriyaa Kibbaa Paark Jiin waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’ataniiru.

Hariiroo daldalaa biyyoota lamaan gidduu jiru guddisuuf mari’achuu isaanii eeraniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.