Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saalvaakir Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuuf

Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maardiyaat Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin dhimmoota waloorratti mari’achuuf Finfinnee dhufuufi jedhame.

Hoggantoonni lameen turtii isaaniin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii caalmatti cimsanirratti marii kan taasiisan ta’uu eerameera.

Dhimmoota hariiroo Dippiloomaasii, Tumsa Diinagdee fi bu’uraalee misoomaarratti kan mari’atan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Kubbaa Dooktar Baarnaabaa Maariyaal Beenjaamiin ibsuu ragaan Waajjira Pireezidaantii Sudaan Kibbaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.