Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifame

Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.

Bara oomishaa kana Qonna gannaan lafa hektaara kuma 937 fi 722 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaan biirichaa Obbo Baabakir Haliifaan ibsaniiru.

Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 842 fi 654 qotame keessaa hektaarri kumni 738 fi 859 sanyiin uwwafamuu himaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo:
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.