Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa gabaasa raawwii hojii naannichaa kan bara 2015 fi karoora bara 2016 irratti mari’achuun ni raggaasisaan eeggama.

Akkasumas manni marichaa Naannoo Haaraa Kibba Ityoophiyaaf aangoo kan dabarsu ta’uu eerameera.

Xilahuun Yilmaa fi Barakat Takkaalinyitu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.