Fana: At a Speed of Life!

Piroofeesar Birhaanuun Barattoota kutaa 12ffaa qormata biyyaalessaa fudhataa jiran daawwatan

Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi Ministir Deetaan Dooktar Saamu’eel Kifleen barattoota kutaa 12ffaa qormaataa Biyyaalessaa Saayinsii Uumamaa fudhataa jiran daawwataniiru.

Hoggantoonni kunneen Yuunivarsiitii saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Siiviil Saarvisii fi Inistityuutii barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Fedeeralaatti argamuun haala qormaaticha daawwataniiru.

Daawwanna isaaniin Qormanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa saayinsii Uumamaa haala gaariin kennamaa jiraachuun Piroofessar Birhaanuun ibsuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.