Fana: At a Speed of Life!

Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoome

Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoomeera.

Akkaataa sirna barnootaa haaraan bara 2015 hojiirra kan oole bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoomeera.

Bara kana barattoonni kumni 73 ol qormaata sadarkaa magaalaa Kutaa 6ffaa fudhataniiru jedhame.

Barattoonni kumni 59 fi 105 % 50 ol fiduu isaanii Hogganaan Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinnee Dooktar Zalaalam Mulaatuun ibsaniiru.

Barattoonni qabxii waliigalaa % 50 ol fidhan gara kutaa 7ffaatti kan darban ta’uu himaniiru.

Qaama midhamtoonni ammoo % 45 ol gara kutaa 7ffaatti kan darban ta’uu AMN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.