Fana: At a Speed of Life!

Bara Oomishaa 2025/16’f kan oolu Xaa’oon kuntaalli kumni 800 Tigraay seenuun ibsame

Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2025/16’f kan oolu Xaa’oon biyyoo kuntaalli kumni 800 gara Tigraay seenuu ibsameera.

Naannichi bara oomishaa kana xaa’oo biyyoo kuntaala 400 fi Yuuriyaa kuma 400 fedhii dhiyeessuu Hoggaan Biiroo Qonnaa bulchiinsa yeroo naannichaa Obbo Gabrasillaasee Kidaaneen ibsaniiru.

Fedhiin gaafatame guutumaan guutuutti gara naannicha seenuu eeraniiru.

Xaa’oo gara Naannichaa seene keessaa kuntaalli kumni 300 aanaaleef raabsamuu ibsaniiru.

Naannichatti gatiin gurgurtaa xaa’oo kuntaalli 1 Birrii kuma 3fi 600 hanga kum 5 fi 800 gurguramaa jiraachuu ibsamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayirraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.