Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Lixaatti Inisheetiviin Misooma Ruuzii eegalame

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Inisheetiviin Misooma Ruuzii eegalamuu Waajjirri Qonna Godinichaa beeksiise.

Godina Harargee Lixaa bara kana lafa hektaara kuma 311 irratti midhaan akaakuu garaagaraa misooma Inisheetivii qofaan hammataman misoomsuuf karoorfame hojjetamaa jiraachuu ibseera.

Godinichaa lafti hektaara kuma 3 irratti yeroo jalqabaaf Inisheetivii misooma Ruuziin misoomsuuf hojiin eegalamuu waajjirrichi ibseera.

Guyyaa har’aas Sadarkaa Godinaatti facaasan misooma Ruuzii bakka hoggantoonni godinichaa fi qooda fudhattoonni argamanitti Aanaa Odaa Bultumrratti labsamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.