Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannichaa muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumurame

Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii idilee 16ffaa gaggeessaa ture muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumureera.

Manni marichaa ajandaalee dhiyaatanirratyi murtoo dabarseera.

Yaa’ichi Dooktar Tamasgeen Disaasaa Af Yaa’ii taasisuun muudera.

Akkasumas muudama Abbootii seeraa 18 fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuu ragaan miidiyaa naannichaarraa argame ni mul’isa

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.