Fana: At a Speed of Life!

Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta’an gara mooraa qormaataa seenan -BBO

Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta’an gara mooraa qormaataa seenuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Barattoota Saayinsii Hawaasaa Kutaa 12ffaaf hundaaf Yuuniversiitii hundatti Ibsi Qormaataa kennamuus ibseera.

Barattootni turtii Yuunivarsiitii keessaafi qormaata boru,19/11/2015 eegalaniif gamanumaa akka baraniifi of qopheessan ibsi walii galaa Yuunivarsiitota hunda keessatti laatamuu himeera.

Barattootni Saayinsii Uumamamaa ammoo, Adoolessa 22-23/2015tti gara Yuunivarsiitii Qormaata itti fudhatanitti galuu akka qaban gamanumaa akka qophaa’an yaadachiisuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.