Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbilee waamamtootaa sagantaa tajaajila tola ooltummaa eegalchiisan

Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbilee waamamtootaa sagantaa tajaajila tola ooltummaa gannaa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Furiitti eegalchiisaniiru.

Sagantichaan hojiin mana harka qalleeyyii haaromsuu, haaromsi manneen barnootaa, dhaabbiin biqiltuu fi hojiileen biroo kan raawwataman ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.