BAAY’INAAN KAN DUBBIFAMAN
- Qonna ceesisuuf hojiin qonnaa beekumsarratti hundaa’uu qaba – Dooktar Girmaa Amantee
- Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiise Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera. Barattootni Kolleejjii BLTO mootummaa 6 keessatti baratan kumni 1 fi 2 fi kan kolleejjoota dhuunfaa13 keessatti baratan kumni1 fi 695 eebbifamaniiru. Leenjifamtootni kunneen gosa ogummaa 26 fi seektara leenjii jahaan leenji’uun eebbifamuu eerameera. Mootummaan ogummaa gabaarratti barbaadamanirratti xiyyeeffachuu lammiilee leenjisaa jiraachuu sirna eebbicharratti ibsameera. Jamaal Kadirootu gabaase. #Oromia #Ethiopia
- Faayidaa Muuziin fayyaa namaaf qabu
- Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan taphni Maanchiister Siitiin Arsenaal keessummeessu hawwiin eegama
- Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan ijaaraman fayyadamtotaaf dabarfaman
- Oromiyaatti horsiisee bultoonni kuma 50 fi 700 ol miseensa Inshuraansii beelladaa ta’uuf galmaa’uun ibsame
- Hanga Ammaatti Kompoostiin idilee Meetir kiyuubiin miiliyoonni 27 ol qophaa’eera-BQO
- Jala bultii Ayyaana Gifaataa sababeeffachuun Fiigichi Guddichi gaggeeffame
- Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa bara 2017 kan kilaboota 19 walfalmisiisu har’a ifatti eegala
- Daandiin Qilleensichaa balallii torbee gara Gowaanzyuutti taasiisu gara 10tti ol guddise