Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 27, 2015(FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ii guyyoota lamaaf turu kanarratti gabaasa raawwii qaamolee raawwachiistotaa baatiiwwan ja’aan darbanii kan gamaaggamu ta’uun ibsameera.
Maqidas Darajjeetu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.