Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin dhimoota waloorratti mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaanti Turkii Eerdohaan waliin dhimmoota waloo fi ijoo ta’anirratti bilbilaan mari’achuu isaanii fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Hariiroo daldaa Ityoophiyaa fi Turki gidduu jiru caalmaatti cimsuu fi shororkeessummaa waliin qolachuuf walii galuu isaanii himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.