Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti lammiilee  kuma 520 deeggarsi midhaan nyaataa raabsame

Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Lammiilee naannoo Afaar rakkoo keessa jiran kuma dhibba 5 fi kuma 20’f deeggarsi midhaan nyaataa ariifachiisaan raabsamuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksise.

Sagantaan Nyaata Addunyaa lammiilee sababa walitti bu’iinsaa kaaba biyyattiitti uumameen deeggarsa namoomaa ariifachiisaa lammiilee naannoo Afaariif taasisu xumuruu beeksiseera.

Deeggarsa namoomaa aanaalee 14 naannichaa keessatti taasiseen lammiilee kuma dhibba 5 fi kuma 20 ta’aniif deeggarsa namoomaa waliin gahuu sagantichi gama miidiyaa hawaasummaa isaan eereera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.