Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammadiin durfamu Goodee gale.

Jilli Preezdaantii naannichaa obbo Muusxafee Mahaammad dabalatee Daayrektara Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Daaviid Biisleey fi Ministira Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Siwiidiin Maatiildaa Erinkraan akkasumas hoggantoota olaanoo  mootummaa naannichaa of keessatti haammate Goodee galuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Hongeen walqabatee duubdeebii mootummaan naannichaa laatee fi hojiilee hojjetaman irratti ibsi ni taasifamaan eegama.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.