Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan salgan darbanitti Daldala Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.95 argame

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Daldala Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.95 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa naannawaa beeksiseera.
Galiin argame kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame % 20.33 caalmaa qabaachuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa naannawaa obbo Gabramasqal Caalaan dubbataniiru.
Galiin kunis % 69 Qonnaarraa, % 16 Indaastirii fi % 15 damee Albuudarraa kan argame ta’uu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.