Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe’amee ba’uuf ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe’amee ba’uuf ture hordoffii cimaa Tajaajilli odeeffannoo fi Nageenyi biyyaalessaa fi Raayyaan Ittisaa taasiisaniin to’atamu ibsameera.

Rasaasni Bireenii fi Kilaash Koovii kumni 7 ol, Dabtaroonni herreega baankii garaagaraa, siimkaardoonni, mormii Bireenii magaalaa Dabaarqiitti to’atameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.