Fana: At a Speed of Life!

Barri kun bara abbaa biyyummaa caalmaatti itti mirkanaa’eedha – Aadde Loomii Badhoo

Finfinnee, Fulbaana 15,2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii mana maree 6ffaa gaggeessaa jira.
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Lomii Badhoon haasaa baniinsaa taasisaniin barrii caffee kun bara jijjiiramaati bara abbaa biyyummaan itti mirkanaa’eedha jedhaniiru.
Miseensionni caffees Muxxannoo qabdan fayyadamtanii Ummata keessan tajaajiilu qabdu jechuudhaan dhaamaniiru.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.