Fana: At a Speed of Life!

Godina Matakkalitti hidhattoonni 120 karaa nagaan harka laatan

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Godina Matakkal aanaa Manduuraatti qaamoleen hidhatanii seeraa alaa socho’an 120 karaa nagaan harka laatan.
Godina Matakkal aanaa Manduuraatti qaamoleen hidhatanii seeraa ala socho’an 120 karaa nagaan koree qindaa’aa godinichaatti harka laataniiru.
Hidhattoonni seeraan ala hidhatanii socho’an karaa nagaan akka harka laataniifi jaarsoliin biyyaa, qajeelchi olaanaan odeeffaannoo raayyaa ittisa biyyaa akkasumaas taajaajjilli odeeffannoo fi nageenyaa biyyaalessaa waliin hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Miseensoonni garichaa laaqaw Darajjee fi Addisuu Faxxanaa akka ibsanitti gareen ABUT gara Maqaleetti waamee leenjii akka laateefiif himuun, wayita ammaa misoomaa fi nageenyaa qindaa’een fayyadamoo ta’uuf harka isaanii karaa nagaan akka laataan ragaan raayyaa ittisa biyya irraa arganne ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.