Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 417 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 417 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,085f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 417 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 217 dandamataniiru.

Namoonni 12,503 yaalarratti argamu.

Namoonni 227 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 3 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,063 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 133,298 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.