Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar guyyaa har’aa yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa jedhame.
Manni maree naannichaa Faanaa BroodKaastiing Korporeetiif akka himetti, yaa’ichi dhimmoota waqtaawaa naannoo fi biyyaalessaarratti mari’achuun murteewwan ni dabrasa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.