Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni Naannoolee ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) - Pireezidaantoonni Naannoolee garaagaraa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Mootummaan naannoo kibba ergaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaan Ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ayyanaa Qillee Sababeeffachuun erg baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin, hordoftoonni Amantaa…
Oduu biyya keessaa Baga guyyaa dhaloota Yesuus Kiristoos Nagaan Geessan- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Mootummaa Oromiyaa Shimallis Abdiisaan guyyaa dhalachuu Yesuus Kiristoos Sababaeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Faana isaanii dhalootaf siidaa jiraata taasifnee kan darbarsina –Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Du'aan addunyaa kanarraa boqachuu Obbo Bulchaa Dammaqsaatin gadda itti dhaga’ame ibsan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Du’aa Boqochuu Obb Bulchaan gadda itti dhaga’ame ibsan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii…
Oduu biyya keessaa Qabsa’aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du’aan boqochuun gadda guddaadha-BKO Debela Tadesse Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Qabsa'aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du'aan boqochuun gadda guddaadha jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. Biirichi ibsa baaseen, Obbo…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan Gaddi Itti dhaga’amuu Aadde Adaaneech ibsan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan gaddi itti dhaga’amuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebeen ibsan. Aadde Adaaneech,Guddina…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ergaa baga geessanii dabarse Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Maaddii qoodan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa argatanii fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Bulchaa Dammaqsaan Du’aan Addunyaa kanarraa boqotan Tsehay Guluma Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Hayyuu fi qabsaa'aa gameessi Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Hayyuu diinagdee kan ta'an Obbo Bulchaa Dammaqsaa erga bara…