Oduu biyya keessaa Tumaan miidhaa dubartootaa fi daa’immanii hambisu tumame Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Tumaan miidhaa dubartootaa fi daa'imman irra gahu hambisurratti xiyyeeffate Gumii Abbootii Gadaan tumame. Tumaalee tumaman keessaa miidhaalee…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Konfiraansiin nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Konfiraansiin nageenyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffameera. Konfiraansii Nageenyaa sadarkaa magaalaa kana Biiroon…
Fayyaa IGAD Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa taasise Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 20’tti…
Biiznasii Dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60 % qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Hanqinaalee turan furuun dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60% qaqqabuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsan.…
Biiznasii Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreel miidhaginaan akka kabajamuuf qophiin taasifamuun ibsame Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti kan kabajamu Ayyaannni Waggaa Qullubbii Gabre'eel miidhaginaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Humni…
Idil Addunyaa Azarbaajaan Gadda Biyyalessaa labsite Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Kaazaakistaanitti kaleessa Xiyyaarri kufuun balaa uumame hordofee Azarbaajaan Gadda Biyyaalessaa labsuun eerame. Xiyyaarri imaltoota 62 fi hojjettoota…
Oduu biyya keessaa Nageenyi Finfinnee fi naannawaa ishee haala amansiisarratti argama–Humna Waloo Nageenyaa Debela Tadesse Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Nageenyi Finfinnee fi naannawaa ishee haala amansiisarratti kan argamu ta’uu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii mirkaneesse. Humni Waloo kun gamaaggama…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee18ffaan taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni…
Oduu biyya keessaa Jijjiramaan as Manneen kumni 37 ol Harka qalleeyyiif kennaman-Kantiibaa Adaanech Tsehay Guluma Dec 25, 2024 0 Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Jijjiramaan as manneen kumni 37 ol ijaaramuun harka qalleeyyiif dabarfamuu Miseensi Koree Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Kantiibaan Bulchiinsa…