Oduu biyya keessaa Giddugalichi Amaataroota 250 eebbisiise Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota dameelee aartii garaagaraatiin leenjisaa ture 250 marsaa 10ffaaf eebbisise. Eebbifamtoonni kunneen dameelee aartii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Ajaja Bahaa waggaa 47ffaan naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira. Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa Amfii…
Oduu biyya keessaa Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Jigjigaa gale Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa ajaja…
Idil Addunyaa Kan ibiddaan gubamte Atileet Rebekaa Cheepteegaan boqotte Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Atileetiin lammii Ugaandaa Rebekaa Cheepteegaan fiigichaa maaraatooniin Olompikii Paarisirratti hirmaattee fi jaalallee isheen ibiddan gubamte boqochuun…
Idil Addunyaa Rakkoon nageenyaa fi qoodinsi qabeenyaa haqa qabeessa hin taane furmaata waloo biyyootaa barbaada –… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Rakkoon nageenyaa fi qoodinsi qabeenyaa haqa qabeessa hin taane addunyaa qormaata keessa galchaa jiru furmaata waloo biyyootaa kan barbaadu ta’uu…
Idil Addunyaa Chaayinaan Afrikaaf Doolaara biiliyoona 51 dhiyeessuuf waadaa galte Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)-Chaayinaan faayinaansii haaraa bifa liqii fi deeggarsa garaagaraan Doolaara biiliyoona 51 akka dhiyeessitu beeksiste. Fooramiin walta’iinsa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 288tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) - Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 288tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise. Meeshaaleen kunneen Hagayya 17 - 23, 2016tti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy sirna baniinsa Yaa’ii tumsa Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaataan Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsa Yaa'ii tumsa Chaayinaa - Afrikaarratti hirmaataaniiru. Chaayinaan hariiroo Afrikaa waliin…
Ispoortii Itiyoophiyaa 0 – 0 Taanzaaniyaa Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) - Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa fi gita isaa kan Taanzaaniyaa gidduutti taphatame qixa xumurame.…