Oduu biyya keessaa Gandi Bu’uura Hawaasaati –Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaan Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Gandi Bu'uura Hawaasaa ta'u Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan. Gurmaa’iinsi Gandaa bifa haaraan ijaarame kun, qajeeltoo Heera…
Oduu biyya keessaa Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaati- Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen himan. Qaammeen 1, Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hamma liqii qisasaamuu %6.5tti hir’isuu ibse Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hammaa liqii qisasaamuu %57 irraa gara %6.5’tti hir’isuu ibse. Pireezidaantiin Baankichaa Dooktar Yohaannis Ayaalewu akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaa xumuruun deebi’an Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaatti taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan…
Oduu biyya keessaa Goobeen Hooda! Shinooyyeen milkii! Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Achii dhuftee hidda ummata tokkoo keessa eenyummaatu jira. Eenyummaan kuusaa calaqqee addaa — seenaa, duudhaafi safeeffannaa walxaxaa, moggaasa birqaba sabaa maqaa dhahatanii himatani.…
Oduu biyya keessaa Guddinni saffisaan Finfinneetti galmaa’aa jiru Magaalota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsame Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Guddinni saffisaan Magaalota Finfinneetti galmaa’aa jiru magaalota afrikaa biroof akka fakkeenyatti kan eeramu ta’uu Bakka Bu’oonni Biyyootaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Yaa’ii Walta’iinsaa Chayinaa-Afrikaarratti Itiyoophiyaan qabeenya invastimantii ishee beeksiste. Yaa’icharratti kan hirmaataan Itti Aanaa Komishinaraa…
Oduu biyya keessaa Maallaqni biyya alaarraa ergamuu Itiyoophiyaanota abbaa misooma kan taasisuudha-Obbo Maammoo… Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Itiyophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa biyya alaa jiraatan maallaqni gara biyya isaaniitti ergan misooma biyyattii keesaatti dammaqinaan akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti mariin ajandaa walitti qabuu xumurame Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti adeemsi ajandaa walitti qabuu xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Hirmaattonni marichaa ajandaalee…