Oduu biyya keessaa Obbo Xilahuun Kabbadaan ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa bagaa geessanii dabarse Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyaw Tashaagar ergaa…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 kan nu jijjiiru osoo hin taane,bara jijjiirru haa ta’u – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri carraadha. Baratti fayyadamuun…
Oduu biyya keessaa Daandii misoomaa eegalle itti fufsiisa jirra-Obbo Awwaluu Abdii Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Aggammii garaagaraa qolachuun daandii misoomaa eegalle itti fufsiisa jirra jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin.…
Oduu biyya keessaa Saayinsii Umamaan Barattuu qabxii olaanaa 575 galmeessite: Sifeenee Takiluu Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Barattuu Sifeenee Takiluun Magaalaa Finfinneerraa qormaata abiyyaalessaa kutaa 12ffaa 2016 Saayinsii Umamaan 600 keessaa qabxii olaanaa 575 galmeessiteetti.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan, yaadaafi karoora haaraan ummata isa ceessisuuf bara haaraatti waan haaraa qabatee as… Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Sa’aadaa Abdurrahmaan bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Baga Bacaqii Gannaa Ofkaltanii Booqaa…
Oduu biyya keessaa Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf… Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse waliin cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Sonawwan man-dhalee bu’uureffachuun yeroo gabaabaa keessatti bu’aaleen galmaa’aniiru-Obbo Adam… Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Sonawwan man-dhalee teeknooloojiif, yaada kalaqaaf dhiyoo ta’anirratti bu’uureffachuun hojiileen eegalaman yeroo gabaabaa keessatti bu’aa galmeessuu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu to’atame Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu shakkamtoota waliin to’atamu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisiin Federaala…
Oduu biyya keessaa Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifamni taasiifame Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa bara haaraa sababeeffachuun Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifama taasisuu beeksiise. Waraana Kaaba…