Oduu biyya keessaa Dhaabaa Haa Dubbisnu!-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- “Itiyoophiyaan qaroomina garaagaraa, naannawaa fi baroota garaagaraatti keessummeessiteetti. Hunduu sonaa biyyattiif arjoome qaba. Haa ta’u malee,…
Fayyaa Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa naannolee 4’f galteewwan wal’aansaa arjoome Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa naannolee Oromiyaa, Amaaraa, Tigraayii fi Beenishaangul Gumuziif meeshaalee kenniinsa tajaajila fayyaa fi qorichaalee…
Oduu biyya keessaa Bara 2017 bulchiinsaa gaarii fi hojiilee nageenyaarratti jijjiirama olaanaa fiduuf ni hojjetama-Obbo… Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Bara 2017 bulchiinsaa gaarii fi hojiilee nageenyaarratti jijjiirama olaana fiduuf kan hojjetamu ta’uu Minstirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Teeknooloojii Saayintistoonni Hawaa Guyyoota 8tti deebi’uuf turan baatii 8 turuu akka danda’an dhaga’ame Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Saayintistoonni Qorannoo Hawaa guyyoota 8’f gara Hawaatti imalanii turan rakkoo mudateen hanga baatii 8’tti turuu akka danda’an gabaafame. Baatii lamaan…
Ispoortii Gulaalliin fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa har’a ni gaggeeffama Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan Atileetonni Itiyoophiyaa kan irratti hirmaataan gulaalliin fiigicha meetira kuma 1 fi 500 har’a ni gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee kuma 26 ol leensjisuun biyyoota garaagaraatti bobbaasuun danda’ameera-Aadde Mufaariyaat Debela Tadesse Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC)- Baatii Adoolessaa qofa lammiilee kuma 26 ol leenjisuun biyyoota garaagaraatti bobbaasuun akka danda’ame Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde…
Biiznasii Caalbaasii addaa sharafa alaan Doolaara Ameerikaa 1 Birrii 107.9’n gurgurame Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii addaa sharafa alaa gaggeesseen Doolaara Ameerikaa 1 giddugaleessaan Birrii 107.9’n gurguruu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Baatuutti daldaltoota gatii hinmalle dabalan 90 irratti tarkaanfiin fudhatame Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti Daldaltoota seeraan ala meeshaalee bu'uuraa irratti gatii dabalan 90 irratti tarkaanfiin fudhatame. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 210.5 olii… Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan lammiilee miidhamaniif kan waadaa galame utuu hindabalanne hanga ammaatti deeggarsi Birrii miiliyoona 210.5 olii…
Oduu biyya keessaa Ittisa malaammaltummaan qabeenyi Birrii biiliyoona 3.5’tti tilmaamamu deebifame Debela Tadesse Aug 7, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Bara 2016 qabsoo farra malaammatummaa taasifameen qabeenyi Birrii biiliyoona 3.5'tti tilmaamamu deebifamuu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa…