Oduu biyya keessaa Finfinneetti dhaabbileen daldalaa kuma 21 Saamsaman Debela Tadesse Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Finfinneetti dhaabbileen daldalaa sirna daldalaa hineegne kuma 21 akka Saamsamuu, oomishaaleen isaanii gabaarraa walitti qabamuu fi tarkaanfiileen biroon…
Oduu biyya keessaa Kantiibonni magaalota garaagaraa Misooma Kooriidarii Finfinnee daawwatan Debela Tadesse Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Kantiibonni magaalota Itiyoophiyaa garaagaraa Misooma Kooriidarii Finfinnee naannawaa garaagaraatti hojjetamaa jiran daawwataniiiru. Hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuuf hojjechaa jiraniin… Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojii bu'uuraalee misooma Ispoortii babal'isuuf hojjechaa jiraniin beekamtii argataniiru.…
Biiznasii Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Paarkii Indaastirii Maqalee keessatti Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu Birrii miiliyoona 564 ijaaruuf dhagaan bu'uraa kaa'ameera. Dhaabbanni biyya…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan simate Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Yuunivarsiitichatti ramadaman simateera. Barattoota saayinsii…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf hojjetamu qaba –… Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamu akka qabu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…
Oduu biyya keessaa Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 ijaarsi isaanii xumurame eebbifamaa jiru Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Godinaalee Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaraman eebbifamaa jiru. Godinaalee kanneenitti…
Oduu biyya keessaa Karoora qonnaa biyyattii milkeessuuf sochii bal’aan taasifamaa jira -MM Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Karoora qonnaa biyyattii milkeessuuf sochii bal’aan taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Laaloo Qileetti pirojektiin Bishaan dhugaatii eebbifame Tsehay Guluma Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti pirojektii bishaan dhugaatii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalotaa fi naannolee ja’atti gaaffii deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin uwwisuu… Debela Tadesse Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalotaa lamaanii fi naannolee ja’atti gaaffii deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin uwwisuu uumamuun akka danda’ame Koomishiniin Hoggansa…