Oduu biyya keessaa Bu’iitti Daa’immaan 4 lolaan fudhataman Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Godina Guraagee Bahaa Magaalaa Bu’iitti daa’imman afur lolaadhaan fudhatamuu Waajjirri Poolisii Magaalattii beeksise. Ajajaa Poolisii Magaalattii…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa Dirree Dhawaan lammiileen miidhaman akka tumsaman waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Giddugala Gabaa Ashawaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa guyyaa kaleessaa mudateen lammiilee miidhaan irra ga’e dandamachiisuuf hirmaannaa qindaa’aan akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haalumaa kanaan: -Aadde Shawiit Shaankaa Ministira Ministeera Aadaa…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffame Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffameera. Koonfiraansichi mata duree "Dogoggora kootiin lubbuun nama tokkoo hindarbiin"…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf boru ibsa kennu. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii dilee 36ffaa…
Idil Addunyaa Hindiitti sirna amantaarratti lubbuun namoota 121 darbe Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Kaaba Hindiitti balaa sirna amantaarratti baay’inaa namootaarraan waldhiibuu uumameen namoonni lubbuun darbuun 121 qaqqabuun gabaafame. Balichii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal Antoonii Kaapu’aanoo waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Maallaqaa fi qabeenya Mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiise Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Komishiniin Namusaa fi farraa malaammaltummaa oromiyaa maallaqaa fi qabeenya mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiisuu beeksise. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan hojjetamuufi Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Tuuriizimii beeksise. Fulbaanarraa eegaluun sadarkaan urjii kanaan…
Oduu biyya keessaa Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” itti fufsiisuuf waliigalteen mallatta’e Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoo-Injiinariingi fi Dhaabbanni Xaaliyaan’i Daaneelii Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” jijjiramaan duraa addan cite ture itti…