Fayyaa Baakteriyaa Garaachaa Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Baakteriyaan Garaachaa uummata addunyaa harka % 50 ol keessatti argama. Namni baakteriyaan kun keessatti argamu yeroo baay'ee mallaattoo hin…
Ispoortii Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa17ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu. Taphoonni moo’anii darbuu kun tapha har’a galgala sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen jila Paarlaamaa Xaaliyaanii waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen jila Paarlaamaa Xaaliyaanii waliin mari'ataniiru. Jila Seeneetii Xaaliyaanitti…
Oduu biyya keessaa Feestivaalli Shanan Afrikaa baname Debela Tadesse Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Feestivaalli Shanan Afrikaa Finfinneetti banameera. Feestivaalicha Ministirri Ministeera Tuuriizimii fi Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti pirojektoonni Birrii Miiliyoona 24.5’n ijaaramaa turan eebbifaman Debela Tadesse Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Xiyyootti pirojektonni fayyadamummaa Hawaasaa mirkaneessan 14 Birrii miiliyoona 24.5’n ijaarama aturaan eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisan durfamu Aanaa Ayiraatti biqiltuu dhaabe Sifen Megersa Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Lixaa Aanaa Ayiraatti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Gidaamitti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaa magaalaa Gidaamiitti hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophiidha-F/M Birhaanuu Juulaa Debela Tadesse Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophii ta'uu Itaamaajoorshuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan…
Oduu biyya keessaa Paakistaanitti ho’a olaanaa mudateen lubbuun namoota 500 darbe Debela Tadesse Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)-Paakistaanitti sababii ho’a olaanaan, guyyoota jaha keessatti lubbuun namoota 500 ol darbuun ibsame. Biyyatti naannwaa Kibbaatti ho’a hedduu dabalaa…
Oduu biyya keessaa Hoggansi sadarkaan jiru nageenya naannichaa waaressuuf murannoon hojjechuu qabu – Obbo Araggaa… Sifen Megersa Jun 28, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Rakkoo bulchiinsa gaarii fi nageenyaa naannoo Amaaraa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Araggaa Kabbadaan…