Oduu biyya keessaa Dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa Godina Jimmaa Tsehay Guluma Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godinichaatti sagantaa ashaaraa magarisaa bara kanaan biqiltuu gosa gara garaa biiliiyoonni 1.2 kan dhaabatu ta'uu Waajjirri Qonnaa godina Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutichi Moosaajii galmee jechoota seeraa ifoomse Tsehay Guluma Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Inistiityuutiin leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Moosaajii galmee jechoota seeraa ifoomseera. Mosaajiin Galmee jechoota kun jechoota Seeraa Afaan…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaanee hojjenne Itiyoophiyaa badhaate ilmaan keenya akka dhaalchifnu shakkii hin qabu-Dooktar… Tsehay Guluma Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yoo waltaanee hojjenne Itiyoophiyaa badhaate ilmaan keenya akka dhaalchifnu shakkii hin qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdisaan Sochii carraa hojii uumuu Dargaggoota daawwatan Tsehay Guluma Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Wallagga Lixaatti Sochii Carraa Hojii Uumuu dargaggootaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Fiigicha daandiirraa guyyaa borii gaggeeffamuun daandileen cufaman ifooman Tsehay Guluma Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 guyyaa borii Finfinneetti gaggeeffamuun daandiilee Cufaman Poolisiin magaalaa Finfinnee ifoomseera. Fiigichi…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutichi waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Inistiityuutiin Eegumsa Fayyaa Beelladoota Biyyaalessaa waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse Inistiityuutichi…
Biiznasii Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu ibsame Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa godinichaa ibseera. Godinichaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yaa'iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira. Yaa’icharratti Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa’ii walii galaa gaggeesse Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa'ii walii galaa galma Hawaasa Jibuutiitti gaggeesseera. Yaa'icharratti Jibuutiitti Ambaasaaddarri…