Ispoortii Faransaayii fi Ostiriyan tapha mo’atanii darbuuf ga’an Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppa sa’aatii 1:00rraa eegalee gaggeeffameen Faransaayii fi Ostiriyaan taphaa mo’atanii darbuuf darbuu danda’aniiru. Faransaay…
Oduu biyya keessaa Waamicha Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaaf misiyoononni hojii qindeessuu cimsanii akka… Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Misiyoononni waamicha Itiyoophiyaanotaa dhaloota 2ffaaf taasifameen marsaa 3ffaaf gara biyyaa kanneen dhufaniif hojii qindeessuu cimsanii akka itti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii abbooti murtee fi muudamtoota balleessa raawwatan adabe Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Abbootii Murtii Naannoo Hararii, rakkoo namusaan kanneen himataman abbootii murtii fi muudamtoonni yaa’ichaa hojiirra gaggeeffamuu fi…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin nageenyaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa ture xumurame Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraa Magaalaa baahirdaaritti Koonfiraansiin nageenyaa mata duree “Nageenyi hundaaf; Hunduu nageenyaaf” jedhuun Magaalaa Baahir Daaritti…
Oduu biyya keessaa Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegale Tsehay Guluma Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Godina Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegaluun ibsame. Godinichaatti bara kana karoora xiiqii inisheetiivii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Bakka Buutuu UNIDO gaggeessan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Buutuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaddar Taayyeen Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen, Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jirti-MM Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jiraachuu Walitti Qabaan Mana Maree Godaansaa Biyyaalessaa fi Ministirri Muummee…
Idil Addunyaa Hundeessaan ‘Wikileaks’ Juliyaan Asaanji hidhaarraa gadi lakkifame Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Sanada icciitawoo guguddaa miliqsee baasuun himatamee waggoottaniif mana hidhaa Ingiliz kan ture hundeessaan 'Wikileaks', Juliyaan Asaanji hidhaarraa…
Ispoortii Ijibbaata falmii tapha mo’ataanii darbuu Waancaa Awurooppaaf har’a taasifamu Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaaf har’a taphatamaniin falmii tapha mo’ataanii darbuuf taasifamuun Faransaay, Ingilizii fi Neezerlaandiin ijibbataa…